Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame

Дата публикации: 10-03-2025 18:48:23

Bulchiinsa naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaa bakka Dhumuugaa waldaa amantaa Ortodoksii Kidane Mihiret jedhamuu keessa kan turan abban Amataa Tokkoofii baratootaa isaanii irraati haleella Raawatameen namoottan Shan du’anii Afur immoo madaa’ u isaanii Bulchaan Godinaa Obbo Mollaa Hiluuf sagalee Amerikaatti himaniiru.
Akka bulchaan Godinichaa dabalnii ibsanitti Jimaata Dheengaddaa Guraandhala 27 halkan dhukaasa halkan keessa Raawwate Kanaan namoottan Sadii batalumaatii erga ajeefamanii booda namoottan lam aimmoo ergaa hospitaala seenanii booda lubbuun isaanii darbeera.
 Maqaa isaanii ibsuu kan hin barbaanne jiraatonii gandichaa halkan sana dhukaasa dhagahuu isaanii ibsanii umnoottan mootummaa  Feederaalaa naannoo sanatti arguu isaanii sagalee Amerikaati himaniiru.
 Barsiisaan Amanitii wagga 71 achuma bakka Amantaa Ortodoksii keessati akka awwaalamaniifii ijoollewaan baruumsaa amantaa irra turan Afur immoo gara bakka dhaloota isaaniitii ergamanii akka awwaalaman Hospitaala Allaamaxaatti qindeesaan dhimma yeroo balaa obbo Asefaa Girmaay beeksisaniiru.
Biiroon dhimma komunikashinii bulchiinsa naannoo Tigraay, Guraandhala 29 bara 2017 ALI ibsa kenneen namoottan Shanan kun gareewwan eenyumaan isaanii hin bekamneen ajjeechaa Suukaneesaan  isaan irratti raawachuu ibsee,  umnoottan wareen yakka sana raawatan seerratti dhiheesuudhaaf hojjachaa akka jiru beeksisuu isaa Mulugeeta Astibahaa Maqalee irraa gabaaseera.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
2Sagantaa Galateeffannaa fi Ifxaara Waloo Hordoftoota Amantaa Islaamaa Naannoo Waashingtan 07.0612-03-2025
3Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
4Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay06.5415-07-2024
5Raayyaa, Alaamaaxaa fi Naannoo Sanarraa Namoonni Buqqa’anii Turan Kuma kudha Torba Qe’ee Ofiitti Deebifamanii Jiru06.726-07-2024
6Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
7Tigiraay Keessatti Waggoota Shanii Booda Yeroo Duraatiif Qormaatni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Har’a Kenname09.7709-07-2024
8Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el 05.4420-12-2024
9Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
10Humni addaa Sudaan “RSF “ jedhamu  Bakkawwan To’ate Keessatti Aangoo Bulchiinsaa Akka Hundeeffatu Himuun Yaaddoo Uumee Jira06.6127-02-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 7.37. Источник: www.voaafaanoromoo.com.