Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Naannoo Tigraay Keessatti Fonqolcha Mootummaatu Geggeessamaa Jira, Jedhu Obbo Geetaachoo Raddaa, Pirezidaantiin Yeroofii Naannichaa

Дата публикации: 13-03-2025 18:35:18

Obbo Geetachoo Raddaa pireezidaantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigiraay haala Tigiraay keessatti wal qoodinsa hooggantoota dhaaba ABUT gidduu jiru hordofee uumaamaa jiru irratti Finfinneetti ibsa sabaa himaaleef kennaniin Tigiraay keessatti fonqolcha mootummaatu taasifamaa jira. Gareen ABUT tokko hooggantoota waraanaa hanga tokko kanneen deeggarsa qaban qabachuun hojii kana hojjechaa jiras jedhaniiru. Kana seera qabsiisuuf bulchiinsi yerichaa hojiin isaa akka gufatu taasiisafameera kan jedhan Obbo Geetachoon mootummaan Federalaa tarkaanfii fudhachuu qabas jedhaniiru.

Основное содержимое страницы с новостью.

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
2Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025
3Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
4Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el 05.4420-12-2024
5Debretsiyoon Gabremikaa’el: Obbo Geetaachoo Raddaa Paartii Isaaniin Ergamanii Hoogganoota Ertiraa Quunnamuu Quban Qaba 05.9310-09-2024
6Naannoo Tigraay aanaa Raayya Allaamaaxaatti Abbaan Amantaa Tokkoo fi Bartoonni Isaanii Afur Haleellaa Rasaasaan Ajjeesamuun Himame07.3710-03-2025
7Humnoonni Naga Eegumsa Tigraay Dhimma Siyaasaa Nannichaa Keessa Akka Hin Seenne Paartileen Naannoo Sanaa Gaafatan07.8216-09-2024
8Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
9Bulchiinsi Yeroo Kan Naannoo Tigraay Hooggansi ABUT Fongolcha na Irratti Geggeessuuf Shire Jechuun Himate07.3419-09-2024
10Dargaggeessi Waggoota Saddeetii Booda Abbaa Gadaa Booranaa Tahuuf JIru Akkamitti Qopheessamaa Jira?06.8614-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.32. Источник: www.voaafaanoromoo.com.